chevron

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : chew, chest (of animal)

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • chevron

Hiika

  1. mallattoo "V" fakkaatu kan daandi guddaa iratti tolfamu (makiinaa balaa irraa akeekkachiisuuf)
  2. uffata danaa "V" yookiin "^" qabu (kan aankii poolisootaa yookiin loltoota agarsiisu)