carnival

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : carnivore, carnal

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • carnival

Hiika

  1. kaarnivaala, ayyaana uummataa kan biyyoota hordoftoota Kaatolikii Roomaa ta'an keessatti ayyaaneffatamu (ayyaana sagantaan bashannanaa irratti dhihaatuudha)