caravan
Appearance
Afaan Ingiliffaa
- caravan
Hiika
[gulaali]- waan mana jireenyaa fakkaatu meeshaa barbaachisu qabu kan makiinaadhaan harkifamu
- gaarii akka mana jireenyaatti tajaajilu kan fardaan harkifamu
- gartuu namoota makiinaa yookiin neefkaalee/bineeldota wajjin yaa'anii (kees. gammoojjii o'aa keessa)