caption

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : captivate, captain

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • caption

Hiika[gulaali]

  1. surmurii
  2. jechoota fakkii jalatti yookiin irratti barreeftaman
  3. barreeffamoota fiilmii irratti barreeffaman (kan bakka fiilmichi itti waraabame fi eenyufaan akka hojjetan himu)