canon

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : canonise canoe


Afaan Ingiliffaa

Xiinjecha 
  • canon

Hiika

  1. kaateediraalii keessatti qeesii ittigaafatamummaa addaa qabu
  2. seera waliigalaa waanti tokko ittiin murtaa'u
  3. barreeffamoota garaagaraa kan nama tokkoon barreettaman (waliigala isaanii)
  4. kitaabota qulqulluu kan akka dhugaatti fudhaman