call

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : caller calisthenics

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • call

Hiika

  1. waamicha
  2. iyya/weedduu simbirroo
  3. manaa deemanii nama dubbisuu
  4. haasaa bilbilaan godhamu

Cibra

qeenxee
call

danuu
callwwan

  1. waamuu
  2. nami tokko bakka murtaa'aa tokko akka dhufu gaafachuu/ajajuu (xalayaa, bilbilaa fi kk fakkaataniin)
  3. mana deemanii nama dubbisuu
  4. waanti tokko akka ta'u ajajuu/ beeksisuu
  5. dammaqsuu
  6. Caalbaasii iratti gatiin dhiheessuu