bust

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : busker

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha
  • bust

Hiika

  1. siidaa mataa, gatiitti, qoma kophaa agarsiisu
  2. harma dubartii

Gochima

  1. cabsuu
  2. bakka tokko weeraranii waa barbaaduu, sakatta'uu