buoy

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : bunting

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha
  • buoy

Hiika

  1. waanti balaa geesisuu danda'u fuullee kan jiru ta'uusaa agarsiisuuf wantoota bishaanirra akka bololi'an taasifaman.