breach

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : brazier

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha
  • breach

Hiika

  1. waan seeraan yookiin silaa akka waliigalteetti hojjetamuu qubu hojjechuu dhabuu, seera diiguu
  2. michummaa addaan kutuu
  3. uraa dhaaba manaa irraa mul'atu