braces

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : bracelet

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • braces

Hiika

  1. qabattoo fiddoo ittiin ol fannifatanii hidhatan (kan gatiittii irraan darbu)
  2. ilkaan iddoo tokkotti jabeessee akka qabuuf sibiila ilkaanitti hidhamu
  3. sibiila waan tokko
  4. mirree

Gochima

  1. utubuu, deggeruu
  2. mataa ofii qophessuu (waan rakkIsaa ta'eef)