boa

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : blustery

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha
  • boa

Hiika

  1. gosa bofaa Ameerikaa Kibbaatti argamu kan bineeyyiitti maramee ajjeesee nyaatu.