bluff

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : bluestocking

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha
  • bluff

Hiika

  1. cimaa, beekaa, qareessa fakkaachuudhaan nama gowwoomsuuf yaaluu.

Maqaa

  1. gaara ol ijaajju.

Maqibsii

  1. garaa keessaa hammeenya kan hin qabne garuu immoo yeroo dubbatu kan nama mufachiisu.