blast

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : blasphemy


Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • blast

Hiika

  1. dhohiinsa jabaa
  2. qilleensa tasa bubbisu
  3. sagantaa bashannanaa gaarii
  4. Sagalee xurumbaa, makiinaa, furiyoo fi kkf

Gochima

  1. caccabsuu (dhoosuudhaan)
  2. coolliguu (biqiltuuf)
  3. humnaan rukutuu