binge

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : binding

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • binge

Hiika

  1. yeroo nyaati fi dhugaatiin baay'een itti nyaatamuf dhugamu.

Gochima

  1. kan barbaachisu olitti nyaachuu fi dhuguu.