biennial

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : bidet

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • biennial

Hiika[gulaali]

  1. waan waggaa lama lamatti ta'u.

Cibra

qeenxee
biennial

danuu
biennialwwan

  1. gosa biqiltuu wagga lamaaf jiraatu kan waggaa lammaffaa irratti daraaru.