bay

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : bawl

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • bay

Hiika

  1. Sarxii, galoo galaanaa
  2. gosa mukaa
  3. meeshaa kaa'uu fi yookiin makinaa dhaabuuf bakka addatti qopheeffame
  4. iyya/dunna saree
  5. farda diimilee