baton

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : batman

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha
  • baton

Hiika

  1. buttujjii (Kan poolisii)
  2. ulee gabaabduu warri okeestiraa itti fayyadaman
  3. ulee aankii loltummaa fi wantoota fafakkaatan agarsiiftuu.