barren

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : barrel

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha
  • barren

Hiika

  1. lafa gaaritti midhaan biqilchuu hin dandeenye.
  2. muka ija godhachuu hin dandeenye.
  3. maseena (nama yookiin neefkaaf)