background

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : backfire

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • background

Hiika

  1. Suuraa, fakkii yookiin nama isa fuulleetti mul'atuun duuba waan jiru.
  2. sababa waan tokkoo, Ka'umsa isaa.
  3. duubessa (seenaa nama tokkoo kan duraanii fi kkf)