assign

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : assignation

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha
  • assign

Hiika

  1. hoji yookiin dirqama wayii namatti kennuu
  2. ramaduu
  3. dabarsanii kennuu (qabeenyaa fi kkf gama seeraatiin)