apartheid
Appearance
kanaslaali : apartment
Afaan Ingiliffaa
- apartheid
Hiika
[gulaali]- Appaartaayidii
- sirna siyaasaa Afriikaa Kibbaa keessa ture kan lammiilee biyyattii akka Sanyiisaaniitti addaan qoodee miidhaa geessiisaa ture.
kanaslaali : apartment