adopt

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : adoption

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • adopt

Hiika[gulaali]

  1. mucaa ormaa fuudhanii akka kan ofiitti guddifachuu
  2. waan tokko akka kan ofiitti itti fayyadamuu
  3. nama tokko akka kaadhimamaatti ykn bakka bu'aatti filuu
  4. gabaasa, yaada fudhachuu (raggaasisuuf)