accessory

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : accident

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha
  • accessory

Hiika

  1. meeshaalee jijjiirraa makiinaa fi kaameeraa
  2. nama yakka hejjechuu irratti nama gargaaru ykn kan akkaataa yakkaa beeku
  3. faaya dubartootaa