aara

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : aar, aarii

Afaan Oromoo

Xinjecha

Jecha Afaan Oromoo durjireessa irraa kan dhufe.


Cibra

qeenxee
aara

danuu
aarawwan

  1. hurka waan tokkoo
    Fakkeenya - Konkolaataan wayita deemu aara qaba.


jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.