Jump to content

aanaa

Wiktionary irraa

kanaslaali : aana

Afaan Oromoo

  1. caasaa bulchiinsaa keessatti caasaa bulchiinsaa gandaa fi godina gidduu jiruuti
  2. fira dhiyoo
  3. kan itti maxxanee jiru.
    Fakkeenya - aanaa keenya keessa bineensota baay'eetu jira.