aachisan
Appearance
Afaan Oromoo
Jecha durjireessa Afaan Oromoo ta'ee dhalatoo jecha aadnaa
Gochima
- henna darbe kan mul'isu.
- ramaddii sadaffaa baay'ina kan agarsiisu.
- aantima maqaa ykn bamaqaa irratti ramaddii hundaafuu jijjiirama hin qabu.
- akka aadan godhan.
- Fakkeenya
- -Isaan ishee 'aachisan.
- -Isaan isa aachisan.