Viking

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : vigoursly, vile

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • Viking

Hiika

  1. Vaaykiingii, namoota sanyiidhaan warra Iskaandanaviiyaa ta'an kanneen jaarraa 8ffaa -11ffaatti weerara adeemsisuudhaan Awurooppaa Kaabaaf Dhihaa keessa qubatan.


jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.