Jump to content

Guchii

Wiktionary irraa

Afaan Oromoo

[gulaali]
Guchii

Maqaa

[gulaali]
  1. Guchiin simbira isa guddicha yoo ta'u barrisuu hin danda'u. Buuphaa buusun wal hora. Guchiin akka horiitti haala ammayyaatin foonisaatii fi hanqaaquusaaf ni horsiifama
  1. Ostrich