Jump to content

Gogorrii

Wiktionary irraa

Afaan Oromoo

[gulaali]
Guchii

Maqaa

[gulaali]
  1. Gogorriin gosa simbiraa yeroo baayyee lafarra jiraatudha. Gogorriin buuphaa buusun kan wal hortu yoo ta'u foonii fi hanqaaqunshii waan nyaatamuuf, namootan ni adamfamti.
  1. Francolin