Jump to content

Gadamsa

Wiktionary irraa

kanaslaali : deer

Afaan Oromoo

[gulaali]
Gadamsa kormaa fi dhalaa

Maqaa

[gulaali]
  1. Gadamsi gosa busaawaa keessa tokko. Gadamsi baalaa fi ija mukaa nyaata. Baayyinaan Paarkii Biyyoolessaa Gaarren Baalee keessa jiraatu.

English

[gulaali]
  1. Nyala