merciful

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : merchantable, merciless

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • merciful

Hiika[gulaali]

  1. nami balleessullee kan nama maaru, gara-laafessa, gara- laafettii, araara qabeessa, aagii baasaa

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'