galley

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : galling, gallery

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • galley

Hiika

  1. kushiinaa doonii yookiin xiyyaara keessaa.
  2. doonii waraanaa dur warri Roomaa fi Giriikii itti fayyadamaa turan kan garbootaa fi yakkamtootaan oofamtu.