carapace

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : carat, caramel

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • carapace

Hiika

  1. dhagaacha, gogaa jabaataa dugda bineeyyii tokko tokko irra jiru (fakkeenyaaf qocaa)